Huuba Qoonqoo Daa Immanii, Isaan keessaa muraasni huuba qoonqoo muruufi daadee buqqisuudha. Jul 23, 2025 · Advertisements Wantoota 10’n Maatiin Daa’imman Gochuu Hin Qabne 1. Yaaliin kunis, naannoodhaa naannootti garaagraummaa qabaachuu danda’a. May 31, 2022 · huuba qoonqoo daa'immanii Dr. Gorsa walii galaa! Hubannoo waa’ee Toonsilii (Huba qoonqoo) daa’immanii irratti! Toonsilii jechuun maalii? Tonsiliin akka baay'een keenya yaadne sanatti dhukkuba miti. Bu’uurri barmaatilee kanaas akka aadaatti daa’imman dhukkubarraa fayyisuuf yaalii taasifamaa tureedha. Innis utubaa qoonqoo Sep 17, 2022 · Huba qoonqoo mursisiisuun faayidaa akkam akkamii qaba: Huba qoonqoo mursiisuun kan faayidaa hin qabnee fi darbee darbee miidhaa cimaa kan akka,- Baay’ee dhiiguu, Dhibee teetanosiif saaxiluu. Itti Iyyuu/lallabuu (screaming) Kunuunsa daa’immaniif – Maatiin gahee jalqabaa fudhatu. Abbabee Soorsaatiin Yookoo Doctor 7024 18K subscribers Subscribe Jan 20 Huuba Qoonqoo muruu fi miidhaa isaa Hojimaanni badaan aadaadhaan huuba qoonqoo daa'immanii muruu (traditional uvulectomy)n adeemsa Itiyoophiyaa keessatti bal’inaan geggeeffamuudha. Nyaata naannessuu, liqimsuu fi dubbii afaanii keessatti gahee guddaa kan qabudha; Toonsilii wajjin waan wal qabatu hin qabu. Daa’imman yeroo itti iyyan sirni narvii . cunfaa isaa liqimsuudha. Hojimaanni kun kan raawwatamu meeshaa qara qabu kan qulqullinni isaa hin mirkanoofnee fi funyoo ykn kirrii qal'aadhaan yoo ta’u, namni wanta kana Huuba Qoonqoo muruufi Daadee Buqqisuu Naannawa keenya keessatti daa’imman barmaatilee adda addaatiin miidhamaa jiru. Garaagarummaan kunis haala isaan Jun 12, 2025 · Huuba qoonqoo (Uvula):- Huubni qoonqoo qaama laagaa keessaa gadi rarraatee mul’attudha. Tonsiliin walitti qabama xannachoota xixiqqoo seelii uumamaan qaama keenya irraa dhukkuba ittisuuf gargaaraniidha. Daa’immanitti sagalee olkaasanii iyyuun/lallabuun madaa (godaannisa) sammuu fi miiraa yeroo dheeraa taheef kan saaxiluu fi reebicha caalaa akka hamaa tahetti amanu hayyootni tokko tokko. gfwftxn, wd1flu, 7bhxx, joq1zq, ijaj4, 4w5ai, vy8k, 6yg1x, 4ooh, i9fhkh,